Hoggantoonni Paartilee Siyaasaa adeemsa marii biyyoolessaarratti mari’ataa jiru

Finfinnee, Eebila 18, 2014 (FBC) – Hoggantoonni Paartilee Siyaasaa garaagaraa hoggansummaa Komishinii Marii Biyyoolessaa fi adeemsa isaarratti hoggantoota olaanoo Komishinarootaa fi Mana Maree Bakka Bu’oota Uummataa waliin mari’ataa jiru.

Af Yaa’iin Mana Maree Bakka Bu’oota Uummata obbo Taaggasaa Caafoon, bu’uura gaaffii Manni Maree Paartilee Siyaasaa dhiyeesseen waltajjichi qophaa’uu eeraniiru.

Walitti Qabduun Mana Maree Waloo Paartilee Siyaasaa Dooktar Raaheel Baafaan gama isaaniin, mariin biyyoolessaa abdii kan qabuu fi biyyaattiif filannoo jalqabaa ta’uu ibsuu ragaan Mana Maree Bakka Bu’oota Uummataarraa argame ni mul’isa.

Ityoophiyaa:-Haa Misoomsinu,Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!

Fuula Feesbuukii keenyaan dabalataa odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Filatamoo
Comments (0)
Add Comment