Hoggantoonni olaanoo Ministeera Hojii fi Ogummaa Kaabinee Naannoo Kibbaa waliin mari’atan

Finfinnee, Onkololeessa 9, 2015 (FBC) – Ministira Ministeera Hojii fi Ogummaa Aadde Mufaariyaat Kaamilin dabalate qondaaltonni olaanoon ministeerichaa, Pireezidaanti Naannoo Kibbaa Obbo Ristuu Yirdaa fi miseensota kaabinee naannichaa waliin mari’ataniiru.

Marichi yaadamoota haaraa fi misooma ogummaa ministeerichi rifoormiin adda baase, kalaqaa hojii fi nageenya indaastirii mirkannessuurratti qindoominaan hojjachuuf haloota dandeessisan irratti kan xiyyeeffateedha jedhameera.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment