Finfinnee, Muddee 7, 2014 (FBC)- Hoggantoonni olaanoo fi giddugaleessaa mootummaa naannoo Somaalee haala waqtaawaa biyyaalessaarratti mari’ataniiru.
Preezdaantiin naannichaa obbo Musxafee Mahaammad haasaa waltajjicharratti taasisaniin, yeroo amma kana biyya baraaruuf tattaaffii taasifamuuf hoggansi naannichaa shooraa isaa ba’aachuu qaba jedhaniiru.
Hoggansichi duula birmaddummaa cinaatti naannichaa nageenii amansiisaan akka jiraatuuf hongee muudateef deebii ariifachiisaa laachuuf hedduutu eegama jedhameera.
Akkasumas tajaajila uummataa naannichaaf laatan cimsanii akka itti fufaan himaniiru.
Naannoo keessan eegaa!
Gara adda waraanaatti duulaa!
Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.