Finfinnee, Caamsaa 7, 2014 (FBC) – Miseensonni Mana Maree Bakka Bu’oota Uummataa, Kantibaan magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebee fi Itti aanaan Preezdaantii Paartii Badhaadhinaa obbo Adam Faaraahin hojiilee riifoormii Ministeera Albuudaa daawwataniiru.
Hoggantoonni kunneen ministeerichatti argamuun hojiilee kanneen daawwachuu Ministirri Ministeera Albuudaa Injiinar Taakkalaa Uumaan fuula miidiyaa hawaasummaan isaaniin ibsaniiru.
Injiinar Taakkalaan hoggantoonni kunneen turtii dhaabbatichatti taasiisanii fi yaada ijaarsaa laataniif galateeffataniiru.
Fuula Feesbuukii keenyaan odeeffannoo waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.