Hoggantoonni Ministeerichaa fi Dhaabbilee Waamamtoota Naannoo Somaaleetti Biqiltuu dhaaban

Finfinnee, Adoolessa 12, 2016 (FBC)-Hoogantoonni Ministeera Daldalaa fi Walitti Hidhaminsa Naannawaa fi dhaabbiileen Waamamtoota Naannoo Somaalee magaalaa Dagahaaburitti biqiltuu dhaabaniiru.
Saganticharratti Pireezidaantiin Naannoo Somaalee Obbo Musxafee Mahaammad fi Ministirri Ministeera Daldalaafi Walitti hidhaminsa Naannawaa Dooktar Kaasahuun Goofee dabalatee qondaaltoonni Mootummaa fedeeraala fi naannoo argamuu TOI gabaaseera.
MinisteerichIi fi Dhaabbiileen Waamamtoota kunneen hojii manneen harka qaleeyyii haroomsuus eegalchiisaniiru.
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo mara waan nu waliin taataniif isin galateeffanna
Comments (0)
Add Comment