Hoggantoonni ittisaa Somaalii Laand Raayyaa Ittisaa FDRItti ajajaa damee bahaa waliin mari’atan.

Finfinnee, Sadaasa 29, 2012 (FBC) – Hoggantoonni ittisaa Somaalii Laand Raayyaa Ittisaa FDRItti ajajaa damee bahaa waliin mari’atan.

Turmaata isaanii Dirree Dawaatin dhimmoota nageenya naannichaarratti mari’ataniiru.

Gada hambaa naannoo Harariis daawwataniiru.

Hoggantoonni kunneen magaalaa Harar yammuu ga’an hogganaa Biiroo Bulchiinsaa fi Nageenyaa Hararii obbo Naasir Yuuyyaa dabalatee hoggantoonni olaanoo naannichaa, abbootiin amantaa fi hoggantoonni raayyaa ittisaa ajaja bahaa simanna taasisaniifiru.

Comments (0)
Add Comment