Hoggantoonni garee shororkeessa ABUT ijoollee harka qalleeyyii haadhoolisaaniirra butuun waraanaaf hirmaachisuu itti fufaniiru

Finfinnee, Hagayya 4, 2013 (FBC)- Ijoolleen isaanii biyya alaa kan jiraataan hoggantoonni gareen Shororkeessa ABUT ijoollee harka qalleeyyii haadhoolisaaniirra butuun waraanaaf hirmaachisuu itti fufaniiru.

Jilli Daayreektara Qunnamtii Ummataa Raayyaa Ittisaa Kolooneel Geetinnat Adaanee fi daayreektarri kominikeeshinii poolisii federaalaa obbo Jaaylaan Abdiin durfamu booji’amtootaa to’annaa mootummaa jala jiran daawwataniiru.

Turtii booji’amtootaa kanneen waliin turtii taasifameen, gareen shororkaa kun ijoollee harka qalleessaa haadhooliirra butuun waraanaatti hirmaachisaa jiraachuu dargaggoonni kunneen himaniiru.

Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; :-www.fanabc.com

Yuutyuubhttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment