Hoggantoonni Federaalaa, naannolee fi bulchiinsota magaalaa Hawaasaa galan

Finfinnee, Gurraandhala 14, 2013 (FBC) – Hoggantoonni Federaalaa, naannolee fi bulchiinsota magaalaa sirna kabaja Ayyaana hundeeffama naannoo Sidaamaa irratti hirmaachuuf Hawaasaa galan

Sirni hundeeffama naannoo Sidaamaa guyyaa boruu kan kabajamu yoo ta’uu, hoggantoonni Federaalaa, naannolee fi bulchiinsota magaalaa sirnirratti hirmaachuuf magaalaa Hawaasaa galaniiru.

Preezdaantii Naannoo Sidaamaa obbo Dassitaa Leeddaamoo dabalatee jaarsoliin biyyaa fi jiraattoon magaalaa Hawaasaa keessummoota kanneeniif simannaa taasiisaniiru.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment