Finfinnee, Hagayya 16, 2014 (FBC) – Hoggantoonni Dhaabbilee barnootaa olaanoo guyyoota lamaaf bulchiinsaa fi hoggansarratti Kora Qorannoo gaggeessaa jiru.
Ityoophiyaatti Dhimma Raawwachiiftuun Imbaasii Ameerikaa Ambaasaaddar Tireesii An Jaakoobsan saganticharratti argamuun haasawa baniinsaa taasiisaniiru.
Korri Qorannoo kun tumsa Yuunivarsiitiiwwan Ityoophiyaa fi Ameerikaa gidduu jiru kan cimsu ta’uu eeraniiru.
Korichi hoggansummaa hojmaata fi dhimmoota bulchiinsarratti kan xiyyeeffate ta’uu ragaan Ityoophiyaatti Imbaasii Ityoophiyaarraa argame ni mul’isa.
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.