Hoggansii fi Hojjettoonni Ministeera Maallaqaa Raayyaa Ittisaaf dhiiga arjooman

Finfinnee, Hagayya 10, 2013 (FBC) – Hoggansii fi Hojjettoonni Ministeera Maallaqaa mata duree ‘Dhiiga Keenyaa Raayyaa Ittisaa keenyaaf’ jedhuun Raayyaa Ittisaaf dhiiga arjoomaniiru.
Hoggansii fi Hojjettoonni kunneen hanga duulli olaantummaa seeraa kabachiisuu xumuramutti deeggarsa barbaachisu hunda kan taasiisan ta’uu dubbachuu isaanii ragaan Ministeericharraa argame ni muul’isa.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
Comments (0)
Add Comment