Hoggansi raayyaa ittisaa garee badii juuntaa TPLFn Onkololeessa 24,2013 affeerraa irbaataaf waamamuun ukkaamfaman kan gadi lakkisiifaman.

Finfinnee, Sadaasa 30, 2013 (FBC) – Hoggansa kanneen keessaa ajajaa olaanaa itti aanaa oopireeshinii ajaja Kaabaa Birgaadeer Jeneraal Addaamnah Mangistee dabalatee qondaaltonni olaanoo ajaja Kaabaa kuma tokko ol ta’an hojii miseensonni raayyaa ittisa biyyaa fi poolisin fedeeraalaa hojjataniin gadii lakkisiifamaniiru.
Isaanis miidhaan tokko osoo irra hin gahin kan gadi lakkisiifaman ta’uu daayreektarri olaanaa indooktirineeshiin raayyaa ittisa biyyaa Meejar Jeneeraal Mahaammad Tasammaa TOItti himaniru.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo subiskiraayib godhaa.
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
Comments (0)
Add Comment