Hoggansi raayyaa ittisa biyyaa biqiltuu dhaaban

Finfinnee, Waxabajjii 15, 2012 (FBC) – Hoggansi raayyaa ittisa biyyaa FDRI olaanon biqiltuu dhaaban.
 
Hoggansi raayyichaa gamoo haaraa Ministeera Raayyaa Ittisa Biyyaatti argamuun biqiltuu dhaabaniiru.
 
Sirnicharratti Eetaamaajoorri raayyaa ittisa biyyaa Jeneraal Adam Mahaammad, itti aanaa Eetaamaajoora raayyaa ittisa biyyaa Jeneraal Biraanuu Julaa fi hoggansi raayyichaa biroon bakka argamanitti raawwatameera.
 
Jeneraal Adam raayyaan ittisaa Ganna baranaa biqiltuu miiliyoona 5 dhaabuun kan kunuunsu ta’uu beeksisaniiru.
 
 
Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Filatamoo
Comments (0)
Add Comment