Hoggansi olaanaa Paartii Badhaadhinaa Amaaraa Baahir Daaritti mari’achaa jira

Finfinnee, Hagayya 4, 2012 (FBC) – Hoggansi olaanaa Paartii Badhaadhinaa Amaaraa Baahir Daaritti mari’achaa jira.
 
Paartichi dhimma naannoo fi haala waqtaawaarratti mari’achaa jira jedhameera.
 
Waltajjichaan jijjiirrama keessa bu’aalee galmaa’anii fi gufuulee mudatanirratti mari’atamee kallattiin ni kaa’amaan eegama jedheera waajjirri paartichaa.
 
Waltajjiin marichaa hanga booru Hagayya 5,2012 kan itti fufu ta’a.
 
Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Comments (0)
Add Comment