Hoggaantootaa fi miseensotaa Poolisii miidhamaan wal’aansaarra jiraniif kennaan ayyaanaa kenname

Finfinnee, Fulbaana 1, 2016 (FBC)- Nageenya mirkaneessuuf gotummaan utuu falmanii midhaan irra gahuun wal’aansarratti kanneen argaman hoggantootaa fi miseensota Poolisiif kennaan ayyaanaa kennameera.

Kennaan ayyaanichaas Komishinara Jeneraalaa Poolisii Federaalaa Dammallaash Gabiramikaa’el fi miseensonni hoggansaa komishinichaa kennuu ragaan Poolisii Federaalaa irraa argame ni mul’isa.

Kennichi miseensota poolisii federaalaa fi naannolee alaabaa fi birmadummaa biyyaaf wareegama kafallaniif kan kenname ta’uun ibsameera.

#Oromiyaa #Itiyoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment