Hirmaattoonni Yaa’ii arfee hoggantootaa IGAD walitti bu’iinsa Sudaan hiikuuf hundeesse biqiltuu dhaaban

Finfinnee, Adoolessa 3, 2015 (FBC) –Yaa’ii arfee hoggantootaa Dhaabbanni Misoomaa Mootummoota Baha Afrikaa walitti bu’iinsa Sudaan hiikuuf hundeesse Biqiltuu sagantaa Ashaaraa magariisaa dhaaban.

Comments (0)
Add Comment