Hirmaattonni yaa’ii Fooramii Xaanaa Paarkii Xaanaatti biqiltuu dhaaban

Finfinnee, Onkololeessa 6, 2015 (FBC)- Hirmaattonni yaa’ii Fooramii Xaanaa 10ffaa Paarkii Xaanaa keessa sagantaa biqiltuu dhaabuu gaggeessaniiru.

Fooramiin Xaanaa 10ffaan guyyaa kaleessaarraa eegalee Magaalaa Baahirdaaritti Gaggeeffamaa jira.

Yaa’ichaan cinaattis hirmaattonni har’a Paarkii Xaanaa keessaa sagantaa biqiltuu dhaabuu gaggeessuu ragaan fooramicharraa argame ni mul’isa.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment