Hirmaannaan dippiloomaasii Ityoophiyaa dabalaa dhufuun tumsa damee Fayyaaf gumaacha qaba – Dooktar Liyaa Taaddasaa

Finfinnee, Hagayya 20, 2015 (FBC) – Hirmaannaan dippiloomaasii Ityoophiyaa cimuun tumsa damee Fayyaaf gumaacha olaanaa qabaachuu Ministiri Ministeera Fayyaa – Dooktar Liyaa Taaddasaan ibsaniiru.

Dooktar Liyaa Taaddesee Yaa’ii BRICS Afriikaa Kibbaatti gaggeeffamerrstti hirmaataniiru.

Itiyoophiyaan waltajjiiwwan hirmaannaa biyyoota hedduurratti qabdu dabalaa dhufuun tumsa damee fayaaf gumaacha olaanaa qabaachuu dubbataniiru.

Itiyoophiyaan miseensa biyyoota garee BRICS ta’uun guddina dinagdeef ga’ee olaanaa qabaachuus kaasaniiru.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment