Finfinnee, Caamsaa 22, 2013 (FBC) – Hirirri mata duree “sagaleen keenya bilisummaa keenyaaf jedhuun” har’a Istaadiyeemii magaalaa Finfinneetti gaggeeffame karaa nagaan xummuramuu Komishiniin Poolisii magaalaa Finfinnee beeksise.
Sagantichi karaa nagaa akka xummuramu qaamolee hirmaannaa taasiisan komishinichi galateeffateera.
Nageenya magaalichaa kabachiisuuf hawaasni gumaacha taasisaa jiru cimsee itti fufuu akka qabu Komishiniin Poolisii magaalaa Finfinnee waamicha dhiyeesseera.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; :-www.fanabc.com
Yuutyuubiihttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.