Hiriirri waliigaltee nageenyaa mallatteeffame deeggaru Waashingitan Dc’tti gaggeeffame

Finfinnee, Onkololeessa 24, 2015 (FBC) –Ameerikaa magaalaa Waashingitan DC’tti haleellaa Ajaja Kaabaarratti raawwatame yaadachuufi waliigaltee nageenyaa mootummaa fi ABUT gidduutti taasifame deeggaru gaggeeffame.

Ergaawwan haleellaa ajaja kaabaarratti raawwatame yoomiyyuu hin irraanfannu, waliigaltee taasifame ni deeggarra, Ityoophiyaanonni hundi walkabajaafi jaalalaan jiraachuu qabu jedhan hiriiricharratti darbaniiru.

Mootummaan Ameerikaa Ityoophiyaatti nageenyi waaraan akka mirkanaa’uufi waliigalteen nageenyaa taasifame akka milkaa’uuf deeggarsa gahaa taasisuu akka qabu gaafachuu TOI gabaaseera.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment