Hiriirri garee badii ABUT balaalleffatu magaalaa Jigjigaatti gaggeeffamaa jira

Finfinnee, Sadaasa 3, 2013 (FBC)- Hiriirri garee badii ABUT balaalleffatu magaalaa Jigjigaatti gaggeeffamaa jira.

Gareen gantuu ABUT gochaa badii Raayyaa Ittisa BIyyaa irratti raawwate balaaleffachuuf hiriirri naannoo Somaalee magaalaa Jigjigaatti gaggeeffamaa jira.

Hiriira nagaa kanarratti kutaleen hawaasaa Godinootaa fi Aanoota naannoo Somaaleerraa walitti baba’an hirmaataniiru.

Jiraattoonni dhaadannoo Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaruu fi gocha gantummaa biyyaa juuntaa ABUT balaaleffatu qabatanii bahaniiru

Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.

Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo https://www.youtube.com/channel/UCsy_Mc1C45kRUVopA-NK10A subiskiraayib godhaa.

Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaa.

Comments (0)
Add Comment