Hiriirri deeggarsaa guyyaa injifannoo Bitooteessa 24 akka godina Arsiitti magaalaa Asallaatti gaggeeffame

Finfinnee, Bitootessa 24, 2016 (FBC) –Hiriirri deeggarsaa guyyaa injifannoo Bitooteessa 24 ”Nageenya keenya ni eegganna, jijjiirama ni waaressina” jedhuun akka godina Arsiitti magaalaa Asallaatti gaggeeffameera.
Hiriira deeggarsaa kanarratti jiraattoonni aanaalee godina Arsii fi bulchiinsa magaalaa Asallaa akkasumas bulchaan godina Arsii Obbo Ibraahim Kadiir fi kantiibaa magaalaa Asallaa Obbo Simee Tsaggayee argamaniiru.
Muhaammad Guddataa fi Kominikeeshinii magaalaa Asallaatu gabaase.
Comments (0)
Add Comment