Hiriirri deeggarsaa Godina Buunnoo Beddelleetti gaggeeffame

Finfinnee, Bitootessa 24, 2015 (FBC)- Jiraattonni Godina Buunnoo Beddellee deeggarsa hoggansa Muummee Ministiraa Abiy Ahimadiif qaban calaqqisiisuuf hiriira deeggarsaa geggeessaaniiru.
 
Hiriirichi injifannoo fi milkaa’ina jijjiiramaan booda argame itti fufsiisuuf kan kaayyeeffate yoo ta’u dhaadannoowwan, “Jijjiirama aarsaa qaaliin argame ni utubna, mootummaan jijjiiramaa bu’aa qabsoo keenyaati, finxaalessummaa ni balaaleffanna, Injifannoo arganne ni tiksina, Federaalizimii sabdaneessaan badhaadhina milkeessina” jedhuun gaggeefameera.
 
#Oromiyaa #Ityoophiyaa
 
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataan argachuuf;
 
Teelegiraama https://t.me/afanoromofana
 
Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
 
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
 
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
 
Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
 
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
Comments (0)
Add Comment