Hiriirri deeggarsa Dooktar Abiy Godina Jimmaa aanaalee garaagaraa fi magaalaa Jimmaatti gaggeeffame

Finfinnee, Amajjii 25, 2013(FBC) – Hiriirri deeggarsaa Muummee Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Godina Jimmaa aanaalee garaagaraa fi magaalaa Jimmaatti gaggeeffameera.
Hiriirichi magaalaa Jimmaa, Aggaaroo, Limmuu Koosaa, Saxammaa, Geeraa, Gumaa fi kanneen biroo keessatti gaggeeffame.
Deeggarsaa injifannoowwan Mootummaa jijjiiramaatiin galmaa’an tumsuu fi kabaja deeggarsa Muummee Ministeeraa Dooktar Abiy Ahimadiif qaban agarsiisuuf hiriira gaggeeffamaa jiru ta’uu ibsameera.
Fuula Feesbuukii Keenyan Dabalata Odeeffannoo Waqtaawaa Argachuuf;
Teelegraama Keenya Https://T.Me/Afanoromofana Subiskiraayib Godhaa.
Karaa Yuutyuubii Keenyan Nu Hordofuuf FBC Afaan Oromoo Https://Www.Youtube.Com/C/Fanabroadcastingcorporate/ Subiskiraayib Godhaa.
Karaa Marsariitii (Weebsaayitii) Keenya Fanabc.Com/Afaanoromoo Nu Hordofaaa.
Twiitara Keenya Https://Twitter.Com/Fanatelevision Nu Duukaa Bu’aa
Yeroo Maraa Nu Waliin Waan Taataniif Isin Galateeffanna!
Comments (0)
Add Comment