Hiriirri balaaleffannaa garee ABUT magaalaa Haramaayaatti gaggeeffamaa jira

Finfiinnee, Onkololeessa 27, 2014 (FBC)- Hiriirri balaaleffannaa garee ABUT magaalaa Haramaayaatti gaggeeffamaa jira.

Hiriirricharrattis kutaalee hawaasaa dargaaggootaa, hojjettoota mootummaa, fi jiraattoota aanaa Haramaayaa fi Bulchiinsa Magaalaa Haramaayaarra walitti babba’aan hirmaataniiru.

Hirmaattoonni hiriirichaa dhaadannoowwan garagaraa dhageessisaniiru.

Inkoosaa Abdiisaatu gabaase

Naannoo keessaan eegaa!

Gara adda waraanaatti duulaa!

Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment