Finfinnee, Bitootessa 24, 2015 (FBC)- Godina Baalee Bahaatti hiriirri deeggarsaa jijjiiramaan boodaa injifannoowwan argamanii fi milkaa’inaalee galam’an itti fufsisuu gaggeefaamaa jira.
Bitootessi 24 siidaa bilisummaa fi walqixxummaa Uummattoota Itoophiyaati itti mirkaneeffame akka ta’e hiriiricharratti dhageessifamaniiru.
#Oromiyaa #Ityoophiyaa
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataan argachuuf;
Teelegiraama https://t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.