Hinditti balaa sigiga lafaa mudateen lakkoofsi namoota du’anii 93 gahe

Finfinnee, Adoolessa 23, 2016 (FBC) – Kutaa Bulchiinsa Kibba Hinditti balaa sigiga lafaa mudateen lakkoofsi namoota du’anii 93 gahuu ibsameera.

Lakkoofsi namoota du’anii ammallee dabaluu akka dana’u eerameera.

Naannawaa kanatti bara Faranjootaa 2018 balaan lolaa lubbuu lammiilee hedduu galaafate mudachuun kan yaadatamuudha.

Balaan sigicha lafaa Kutaa Bulchiinsa Keeraalaatti mudhate jiraattoota naannawichaa hunda fudhachuu Aanga’aan biyyatti tokko ibsa kennaniin himaniiru.

Namoota 123 irra ammoo miidhaan qaamaa qaqqabuu BBCn gabaaseera.

#Oromia #ethiopia

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment