Hidha Haaromsaaf Doolaarri miiliyoonni 1 fi kumni dhibbi 7 fi kumni 57 ol walitti qabame

Finfinnee, Hagayya 15, 2013 (FBC) – Hawaasni Diyaaspooraa Ameerikaatti argamanirraa Hidha Haaromsaaf Doolaarri miiliyoonni 1 fi kumni dhibbi 7 fi kumni 57 ol walitti qabuu ibsame.

Doolaarichi lakkoofsa Herreegaa Baankii Daldalaa Ityoophiyaatti galuu Ameerikaatti Ambaasaaddarri Ityoophiyaa Fitsuma Araggaa ibsaniiru.

Deeggarsi kun yeroo 3ffaaf kan walitti qabame ta’uu ibsuun, ammas Itti fufa jedhaniiru.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment