Hidha Haaromsaa irratti giddu seentummaa Gamtaa Afrikaan mariin eegalee akka jalqabuuf waliigalteerra ga’ame

Finfinnee, Muddee 7, 2013 (FBC) – Giddu seentummaa Gamtaa Afrikaan waliigalteen sadeenii hidha haaromsarratti eegalame akka itti fufuf waliigalteerra ga’amuu ibsameera.
Ministirri Bishaan, Jallisii fi Inaarjii FDRI Dooktar Injiinar Silashii Baqqalaa Ministira Jallisii fi Bishaanii Sudaan Profeesar Yaasiin Abbas waliin mari’ataniiru.
Ministirri Bishaan, Jallisii fi Inaarjii FDRI Dooktar Injiinar Silashiin Muummee Ministiraa Sudaan Abdallaa Hamdook waliinis mari’achuu miidiyaan biyyatti gabaaseera.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo subiskiraayib godhaa.
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
Filatamoo
Comments (0)
Add Comment