Hawaasoonni kutaa garaagaraarra walitti babba’aan haala waqtaawaa biyyaarratti mari’atan

Finfinnee, Hagayya 11, 2013 (FBC)- Hawaasoonni kutaa biyyatti garaagaraarra walitti babba’aan haala waqtaawaa biyyaarratti mari’achuu ibsameera.

Marichiirratti haawasoonni kutaa biyyaattirra walitti babba’aan abbootiin amantaa, hoggantoonni waldaalee siiviikii, hawaasni daldalaa, namoonni dhuunfa bebbeekamoon akkasumas bakka buutoonni dubartootaa fi dargaggootaa hirmaachuu ragaan Waajjira Paartii badhaadhinaarra argamee ni muldhisa.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment