Finfinnee, Eebila 26, 2013 (FBC)- Gareen yakkamtootaa Iimeelii Muumme Ministiraa duraarra odeeffannoo ergameera jechuun fakkeessuu fi deebii sobaa laachaa jiraachuu Waajjirrii Muummee Ministiraa yaadachiiseera.
Waajjirichi hawaasni odeeffannoon sobaa tamsa’aa jiraachuu beekee of eeggannoo barbaachisaa akka taasisuu yaadachiseera.
Kanarra darbees sochiiwwan shakkisisoo fi badii qaqqabsiisaan qaamolee seeraaf akka beeksisaan waamichaa dhiyeessera.
Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;https://www.facebook.com/fanabroadcasting
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubiihttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.