Hawaasni Musiliimaa hojii gaggaarii baatii ramadaanaa raawwataa ture itti fufsisuu qaba- Sheek Jamaal Muusaa

Finfinnee, Eebla 13, 2015 (FBC) – Hawaasni Musiliimaa hojii gaggaarii Baatii ramadaanaa raawwataa ture itti fufsisuun duudhaa walgargaarsaa cimsuu akka qabu Pireezidaantiin Mana Marer Dhimmoota Islaamummaa Oromiyaa Sheek Jamaal Muusaan ibsan.

Ayyaanni Iid Alfaxir waggaa 1444ffaan Bulchiinsa magaalaa Shaggar Kutaa Magaalaa Galaanitti kabajameera.

Sirnicharratti kan argaman Pireezidaantiin Mana Maree Dhimmoota Islaamummaa Oromiyaa Sheek Jamaal Muusaan hawaasni Musiliimaa hojii gaggaarii Baatii Ramadaanaa keessa raawwataa ture itti fufsiisuun duudhaa walgargaarsaa cimsuu akka qabu dhaamuu OBN gabaasera.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment