Hawaasni idil addunyaa garee ABUT irra dhiibbaa akka ka’uu gaafatame

Finfinnee, Hagayya 29, 2013 (FBC)- Hawaasni idil addunyaa dhiyeessiin deeggarsa namooma lammiileef sirnaan akka qaqqabuuf garee ABUT irra dhiibbaa akka ka’uu gaafatameera.
Haawasni idil addunyaa haala waqtaawaa biyyaa sirnaan hubachuun sababa garee shororkeessaa ABUT raabsaa deeggarsa namooma gufataa jiru lammiilee sirnaan akka qaqqabuuf dhiibbaarraattu akka uumuu gaafatame.
Ministeerrii Nageenyaa lammiilee deeggarsa barbaadaniif hanga ammatti sirna dhiyeessaaa deeggarsa namoomaa ilaalchisee ibsa laateera.
Mootummaan Ityoophiyaa lammiilee miiliyoona 4.9 deeggarsa namooma barbaadaniif deeggarsa taasisuun isaa ni yaadatama.
Feesbuuki keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; :-www.fanabc.com
Yuutyuubhttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment