Hawaasni diyaaspoora waa’een hidha guddicha ejjennoo tokkoo qabaachu qaba jedhame

Finfinnee, Adooleessa 12, 2012 (FBC) –Hawaasni diyaaspoora waa’ee hidha guddicha Ityoophiyaarratti ejjennoo tokkoo qabachuu akka qabu  Miseensoonni  Diyaaspoora Ityoophiyaa beeksisan.

Hawaasichi hidhicharratti mootuumman Ameerikaa ejjennoo loogiin hojjeeta turu beeksisaniiru.

Iyoophiyaannoonni dandeetti isaaniin ijaara kan jiran hidhi haaroomsa guddichi boqonnaa dhumaarra gahuussarra darbe, miseensonni diyaaspoora yerootti deeggarsa addaa taasifnuudha jedhaniiru.

Hoji gaggeessaan hawaasa diyaaspoora  Ityoophiyaa obbo Abrahaam Siyyuum, lammiileen Ityoophiyaa dangaa hanga daangaatti dhimmi irraatti hirmaatan hidha haaroomsa guddichaati jedhaniiru.

Obbo Abrahaam Siyyuum, hidhichi boqonna dhumaarra waan gaheef hawaasni alaa fi keessaa jiru sochii taasisuu qaba jedhaniiru.

Kanarra darbees Ameerikaatti bulchiinsa garaagaraa keessaa kan jiraataan lammiilee Ityoophiyaan sochii taasifama jirurratti ibsa taasisaniiru.

 

 

Comments (0)
Add Comment