Hawaasni Aanaa Geeraa Raayyaa Ittisa Biyyaa cinaa ni dhaabbanna jechuun sangoota gumaachan

Finfinnee, Sadaasa 3, 2013 (FBC) – Hawaasni Aanaa Geeraa Raayyaa Ittisa Biyyaa cinaa ni dhaabbanna jechuun sangoota gumaachan.

Raayyaan ittisa biyyaa wabii birmadummaa biyyaati kan jedhan hawaasni Aanichaa aggaammiin humni badii ABUT raayyaa ittisaa keenya irratti fudhate qaanessaadha jedhaniiru.

Yeroo kamuu Raayyaa Ittisa Biyyaa keenya cinaa dhaabbannee tarkaanfii humna shiftaa irratti gudhatamaa jiru ni deeggarra jechuunis sangoota 28 raayyaa ittisa biyyaatiif gumaachaniiru.

Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.

Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo https://www.youtube.com/channel/UCsy_Mc1C45kRUVopA-NK10A subiskiraayib godhaa.

Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaa.

Comments (0)
Add Comment