Finfinnee, Sadaasa 29, 2015 (FBC)-Magaalaa Hawaasatti guyyaan sabaa, sablammootaa fi Ummattoota Ityoophiyaa 17ffaan miidhaginaan kabajamaa jira.
Istaadiyamii Hawaasaatti kan kabajamaa jiru guyyichi bakka bu’oonni sabaa fi sablammoonni, jiraattonni magaalattii kumaatamatti alakkaa’an hirmaachaa jiiru.
Muummee Ministiraa FDRI Abiy Ahimad dabalatee Ministiroonni fi pireezidaantonni naannolee kaleessaa magaalatti galuun ni yaadatama
Yeroo ammaas argisiisni aadaa sabaa fi sablammootaa dhiyaachaa jira.
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.