Hawaasaatti Yakka butii fi dirqiin gudeeduun kan himatame hidhaan waggaa 16 itti murtaa’e

Finfinnee, Mudde 18, 2016 (FBC)- Magaalaa Hawaasaatti yakka fi dirqiin gudeeduun kan himatame Saajiin Yaahuwalamabiraat Waldamaariyaam hidhaa waggaa 16’n akka adabamu itti murtaa’e.

Biiroon Haqaa Naannoo Sidamaa akka beeksiseetti, Saajiin Yaahuwalamabiraat Waldamaariyaam durbee Tsaggaa Balaachoo butuu fi dirqiin gudeeduun Onkololessaa 12, 2016 himannaan irratti banamuu yaadachiiseera.

Haaluma kanaan himatamaan yakka raawwate balleessee argamuun, dhaddacha har’a ooleen Saajiin Yaahuwalamabiraat Waldamaariyaam hidhaa waggaa 16’n akka adabamu Manni Murtii Magaalaa Hawaasaa murtee kennuu ragaan Biiroo Haqaa Naannoo Sidaamaarraa argame ni mul’isa.

#Oromiyaa #Itiyoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment