Harrii Maalaawii gara bifa magariisaati jijjiiramaa jira

 

Finfinnee, Eebila 27, 2013 (FBC) – Lammiileen Maalaawii bifa jijjiirachu hara Maalaawii yaaddo itti ta’eera.

Muummeen misooma qurxummii biyyatti haalichi yaaddessaa waan ta’ef kiyyeessitoota qurxummii hara Maalaawii akeekkachiise.

Ministirri bosonaafi qabeenya uummamaa Naansii Teemboo,bifni magariisaa kan ummame sababa rooba cimaa fi bubbeen algee summaa’aa gara haratti waan makameef jedhan.

Sababa kanaan lubbuu qabiyyeen hara Maalaawii xiqqaachuu oksiijiniin du’aaf saaxilamaa jiru.

Maddi:-BBC

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffan

Comments (0)
Add Comment