Haroon Haramaayaa qulqulleeffame

Finfinnee, Fulbaana 3, 2013 (FBC) – Haroo Haramaayaa bishaan qabachuurratti hundaa’ee bara baraan jiraachisuuf hojiin balfa qulqulleessu gaggeefameera.

Haroon Haramaayaa waggoota 15 oliif qoore turuun isaa ni yaadatama.

Haroon kun baatii Gurraandhala 1996 guutummaa guutuutti kan qoree ganna kana roobaa robeen bishaan hedduu qabateera.

Haroo kana bara baraan tursisuuf jiraattonni magaalaa Haramaayaa haricha qulqulleesaniiru.

Tashoomaa Haayluutu gabaase

Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.

Comments (0)
Add Comment