Finfinnee, Amajjii 2, 2015 (FBC) – Harki eebbifame mul’ata ifaa fi gochaa qabatamaa ta’een diinagdee ceesisa jedhan Pireezidaantiin Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan.
Dhaloota dhufuuf Wareegamni hin kaffalamne taanaan egereen hin jiru jedhan fuula Tiwiitarii isaaniin.
Pireezidaanti Shimallis hojii qabeenya Uumamaa tajaajila lammummaan hojjetamaa jiru dinqisiifataniiru.
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.