Harka qalleeyyiif manneen jireenyaa 389 dabarfaman

Finfinnee, Mudde 25, 2016 (FBC)-Kantiibaan Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen harka qalleeyyii fi biyyaaf olmaa kan oolaniif manneen jireenyaa 389 dabarsaniiru.

Aadde Adaanech gama miidiyaa hawaasummaa isaaniin akka jedhanitti, “Abbootii qabeenyaa onnee qajeelaa fi humnoota qabnu qindeessuun magaalaa keenyatti manneen 389 ijaarree xumuruun jiraattota keenya humna dhabeeyyii fi warra biyyaaf oolmaa gaarii oolaniif dabarsinee kennuun rakkoolee isaanii salphisneerra.”

Onnee qajeelaan itti gaafatamummaa hawaasummaa bahachuun kanneen biroof gammachuu kan arjoomanis galateeffataniiru.

#Oromiyaa #Itiyoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment