Hariiroo Chaayinaa fi Itiyoophiyaa gidduu jiru caalmaatti cimsuuf ni hojjetama – Obbo Aganyahu Tashaaggar

Finfinnee, Sadaasa 8, 2016 (FBC) – Hariiroo Chaayinaa fi Itiyoophiyaa gidduu jiru caalmaatti cimsuuf kan hojjetamu ta’uu Af Yaa’iin Mana Maree Federeeshinii Obbo Aganyahu Tashaaggar ibsaniiru.

Tumsa hunda galeessa biyyoota lamaanii caalmaatti cimsuuf xiyyeeffannoon ni hojjetama jedhan.

Obbo Aganyahu Tashaagar Dura Taa’aa koree dhaabbii Mana Maree ummata Chaayinaa Loosaangi Giiltisanii fi jila isaaniin durfamu Buufata Xiyyaaraa Idil Addunyaa Booleetti argamuun gaggeessaniiru.

Hariiroo fi tumsa biyyoota lamaan gidduu jiru caalmaatti cimsuuf xiyyeeffannoon kan hojjetamu ta’uu eeraniiru.

Jilichis turtii fi daawwannaa gaarii Itiyoophiyaatti taasiseef galata dhiyeessuu ragaan Mana Maree Federeeshiniirraa argame ni mul’isa.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment