Hararitti waltajiin Waloo Paartiilee Siyaasaa gaggeeffamaa jiraachuu ibsame

Finfinnee, Caamsaa 20, 2016 (FBC) – Manni Maree Waloo Paartiilee Siyaasaa Naannoo Hararii keessaa socho’anii waltajjii gaggeessaa jiraachuun ibsame.
Waltajjicharrati Pireezidaantii Naannoo Hararii Obbo Ordiin Badrii dabalatee Hoggaantoonni Paartiilee Siyaasaa naannicha keessa socho’aa jiran argamaniiru.
Waltajjicharratti Obbo Ordiin Badriin hasaawa taasisaniin, hojiilee misoomaa naannichatti hojjetamaa jiran saffisisuu fi olaantumma seeraa kabachiisuuf hojjetamu keessatti deeggarsi Paartiilee Siyaasaa barbaachisaa ta’uu eeruu ragaan Biiroo Kominikeeshinii naannicharraa argame ni mul’isa.
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
Comments (0)
Add Comment