Harariitti guyyaa nageenyaa sababeeffachuun fiigichi daandirraa gaggeeffame

Finfinnee, Qaammee 3, 2014 (FBC) – Naannoo Hararitti Qaammee 3 guyyaa Nageenyaa sababeeffachuun fiigichi daandiirra gaggeeffame.
Fiigichi daandirraa Kiiloo Meetira 5 mata duree “nageenyi Ityoophiyaaf”jedhuun gaggeeffameera.
Dorgommicharratti jiraattoonni naannichaa, hoggantoonni olaanoon, hojjettoonni mootummaa,qaamoleen nageenyaa, dargaggoonnii fi atleetonni hirmaataniiru jedhame.
Dorgomtoota Atleetota qabxii gaarii galmeessaniif Pireezidaantiin naannichaa Obbo Ordiin Badriin badhaasa Meedaaliyaa laachuu TOI gabaaseera.
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
Comments (0)
Add Comment