Harargee bahaatti hiriirrii deeggarsa raayyaa ittisa biyyaa gageeffama jira

Finfinnee, Sadaasa 5, 2013 (FBC)- Raayyaan ittisa biyyaa olaantummaa seeraa kabachiisuu tarkaanfiin garee ABUT irratti fudhataa jiru deeggaruun godina Harargee bahaa magaalaa Haramaayaatti hiriirrii gageeffama jira.
Warreen hiriiraa ba’aanis dhaadannoowwan ”gareen gantuu ABUT fi ABO shaneen diinaa keenyaa” ”Gaachaana birmadummaa keenya raayyaa ittisa biyyaa waan hundaan ni tumsina” ”gantummaa biyyaa ABUT raawwatee ni balaleeffanna” jedhu dhageessisaa jiru.
Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa
Comments (0)
Add Comment