Har’a sirna eebba humna guddaarratti argamuu kootti kabajatu natti dhaga’ama – Dooktar Abiy Ahimad

Finfinnee, Hagayya 6, 2015 (FBC) – Har’a sirna eebba humna guddaarratti argamuu kootti kabajatu natti dhaga’ama jedhan Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad.

Humna kun kaayyoo lama kan qabu yoo ta’uu:-
1ffaan Waraana hambisuu yoo ta’uu, 2ffaan waraanni dhiibee yoo dhufe humna ergama waraana xumuruu qabuudha jedhan.

Humni akka kanaan biyya guddaa kana itichuun dhalootaaf ceesisa jechuun ibsaniiru.

Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad Giddugala Leenjii Komaaandoo fi Humna Qilleensaa Bilaatteetti Komaandoowwan leenjii cimaa fi haala rakkisaa darbuu danda’an leenji’aa turan eebbisiisaniiru.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Filatamoo
Comments (0)
Add Comment