Hanna bu’uuraalee misooma Daandii Baaburaarraatti raawwatamu ittisuuf hubannoo hawaasaa cimsuutu barbachisaa – Dooktar Alamuu Simee

Finfinnee, Mudde 6, 2016 (FBC) – Hanna bu’uuraalee misooma Daandii Baaburaarraatti raawwatamu ittisuuf hubannoo hawaasaa cimsuutu barbachisaa ta’uu Ministirri Ministeera Geejjibaa fi Loojistiksii Dooktar Alamuu Simeen ibsaniiru.

Waltajjiin nageenyaa Daandii Baaburaa Itiyoo-Jibuutti mirkaneessuurraattii xiyyeeffate bulchinsaa Magaalaa Dirre Dhawaatti gaggeeffamaa jira.

Daandiin Baaburaa Itiyoo – Jibuutii bu’uura dinaagdee Itiyoophiyaa Dooktar Alamuu Simeen ibsaniiru.

Nageenya Daandii Baaburaa eeguuf lammiileen qabeenyi daandii baaburaa kiyya jadhanii abbumaan itti dhiyeenyaan kununsuun murteessaa ta’uu eeraniiru.

Hanni Birrii miiliyoona 100 olii daandicharratti raawwatamuu waltajjicharratti ibsameera.

Yaasin Shamsudintu gabaase.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment