Hanga ammaatti lafa hektaara kuma 617’rraa midhaan facaafameera-BQO

Finfinnee, Ebla 1, 2016 (FBC)- Naannoo Oromiyaatti Qonna Arfaasaan hanga ammaatti lafa hektaara kuma 617’rraa midhaan facaafamuu Biiroon Qonnaa Oromiyaa beeksise.

Qonna Arfaasaa baranaan lafa hektaarri miiliyoona 1.3 qophaa’uun eerameera.

Haaluma kanaan lafa qophaa’ee keessaa hanga ammaatti lafa hektaara 617 irraa midhaan gosa garaagaraa faacaafamuu Hogganaa Ittaanaan Biirichaa Bariisoo Fayyisaan ibsaniiru.

Qonnaa Arfaasaa Baranaa kanaan oomisha kuntaalaa miiliyoona 28 fi kuma 200 ol argachuuf karoorfamee hojjetamaa jiraachuus himuu ragaan Biiricharra argame ni mul’isa.

#Oromia #Ethiopia

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment