Finfinnee, Waxabajjii 8, 2014 (FBC) – Hamzaa Abdii Baaree Muummee Ministiraa Soomaaliyaa ta’uun muudamaniiru.
Preezidaantiin Soomaaliyaa Hasan Sheehii Mahimmud, Hamzaa Abdii Baaree Muummee Ministiraa biyyattii taasiisuun muuduu isaanii ibsameera.
Hamzaa Abdii Baareen kutaa bulchiinsa Juubaa Laandi jedhamuu kan filatamuun miseensa Paarlaamaa biyyattiiti.
Muummeen Ministiraa haaraa ta’uun kan filataman Hamzaa Abdii Baareen guyyoota itti aanaan kaabinee isaanii ni gurmeessuun eegama.
Maddi:-CGTN
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.