Hambaaleen injifannoo Adwaan walqabatan bulchiinsa magaalaa Finfinneef gumaachaman

Finfinnee, Amajjii 29, 2016 (FBC) – Naannoo Beenishaanguul Guumuz Hambaaleen injifannoo Adwaan waliin hidhata qaban garaagaraa bulchiinsa magaalaa Finfinneef gumaacheera.

Hoggantuun Biiroo Aadaa fi Turizimii naannichaa Aadde Miskiyaa Abdallaan hambaalee kanneen Itti Gaafatamaa Waajjira Kantiibaa fi Dhimmoota Kaabinee bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Obbo Xilahuun Warquuf gumaahuu ragaan Biiroo Aadaa fi Turizimii naannichaarraa argame ni mul’isa.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment