Haleellaa haaraa ABUTiin baqattoonni Eertiraa buqqa’an buufata qubannaa Barhaaleerraa gara Sardootti naanneffaman

Finfinnee, Gurraandhala 29, 2014 (FBC) – Haleellaa haaraa garee shororkeessaa ABUTiin baqattoonni Eertiraa buqqa’an buufata qubannaa Barhaaleerraa gara Sardootti naanneffamuu ibsame.

Baqattoonni kunneen haleellaa haaraa garee shororkeessaan ABUT guyyaa kaleessaa baneen bakka buufata qubannaa kanaan dura qubatanii turan Barhaaleerraa gara tursiisa baqattootaa Sardootti naanneffamuu ragaan Tajaajila Baqattootaa fi Baqarraa Deebitoottarraa argame ni mul’isa.

Ityoophiyaa :- Haa Misoomsinu, Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment